-
2 Mootota 19:32-34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 “‘Kanaafuu, Yihowaan mootii Asooriin ilaalchisee akkana jedha:+
“Inni magaalaa kanatti hin seenu+
Yookiin ishiitti xiyya hin futtaasu
Yookiin gaachana qabatee ishiitti hin dhufu
Yookiin ishiitti marsuuf naannoo ishiitti biyyoo hin tuulu.+
33 Inni karuma dhufe irra ni deebiʼa;
Magaalaa kanattis hin seenu” jedha Yihowaan.
-