LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 19:35-37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+ 36 Kanaafuu, Senaaheriib mootiin Asoor bakka sana gadhiisee deeme; gara Nanawweetti+ deebiʼees achi taaʼe.+ 37 Utuma inni mana* waaqa isaa Nisrookitti sagadaa jiruus ilmaan isaa Adraamelekii fi Shaarezer goraadeedhaan isa ajjeesanii+ gara biyya Araaraatitti+ baqatan. Ilmi isaa Eesaar Hadoonis+ bakka isaa mootii taʼe.

  • 2 Seenaa Baraa 32:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sana booda Yihowaan maleekaa tokko ergee, loltoota jajjaboo,+ geggeessitootaa fi ajajjoota buufata mootii Asoor keessa turan hundumaa haxaaʼee waan balleesseef, mootichi salphinaan gara biyya isaatti deebiʼe. Boodas inni gara mana waaqa isaatti seene; achittis ilmaan isaa goraadeedhaan isa ajjeesan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi