LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 19:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kunoo, ani sammuu isaa keessa yaada tokko* nan kaaʼa; innis oduu tokko dhagaʼee gara biyya isaatti ni deebiʼa; anis akka inni biyyuma isaatti goraadeedhaan ajjeefamu nan godha.”’”+

  • 2 Mootota 19:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Sababiin isaas, natti dheekkamuun+ kee fi iyyi kee gurra koo gaʼeera.+

      Kanaafuu, funyaan keetti hookkoo koo, afaan keettis luugama+ koo nan galcha;

      Karaa irra dhufteenis akka deebitu nan godha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi