8 Namni hafuura irratti aangoo qabu yookiin hafuura ittisuu dandaʼu akkuma hin jirre, namni guyyaa duʼaa irratti aangoo qabus hin jiru.+ Namni kam iyyuu yeroo waraanaatti dhiisee akka deemu akkuma isaaf hin heyyamamne, hamminnis warri wanta hamaa raawwatan akka miliqan isaaniif hin heyyamu.