LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 30:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Gadda koo gara shubbisaatti jijjiirteetta;

      Uffata gaddaa koo na irraa baastee gammachuu natti uwwisteetta.

      12 Kanaan kan kaʼes, ani faarfannaa galataa siif nan faarfadha,* callumas hin jedhu.

      Yaa Waaqa koo Yihowaa, bara baraaf sin jajadha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi