LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 33:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Innis deebisee akkana isaan jedhe: “Ati gooftaan koo, ijoolleen dadhaboo akka taʼan,+ akkasumas hoolotaa fi loon ilmoolee isaanii hoosisan kunuunsaa akkan jiru beekta. Horiiwwan kun guyyaa tokkoof illee saffisaan yoo oofaman guutummaatti ni dhumu.

  • 1 Pheexiros 5:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ilaaltota ol aanaa taatanii tajaajiluudhaan* tuuta hoolota Waaqayyoo warra eegumsa keessan jala jiran tiksaa;+ kanas dirqamaan utuu hin taʼin, Waaqayyo duratti fedhiidhaan,+ buʼaa sirrii hin taane jaallachuudhaan utuu hin taʼin,+ hawwii guddaadhaan raawwadhaa; 3 warra qabeenya Waaqayyoo taʼan irratti gooftummaa argisiisuudhaan utuu hin taʼin,+ tuutichaaf fakkeenya taʼuudhaan+ isaan tiksaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi