4 Gara samiitti kan ol baʼe, achiis kan gad buʼe eenyu?+
Barruu harka isaa lamaanii keessatti bubbee kan walitti qabe eenyu?
Uffata isaa keessatti bishaan kan mare eenyu?+
Guutummaa andaarota lafaa kan hundeesse eenyu?+
Beekta yoo taʼe, maqaan isaa eenyu? Maqaan ilma isaa hoo eenyu?