Ermiyaas 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yehoyaaqiim+ ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jechuunis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon mootii taʼee waggaa tokkoffaa isaatti guutummaa saba Yihudaa ilaalchisee dubbiin gara Ermiyaas dhufe isa kana.
25 Yehoyaaqiim+ ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jechuunis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon mootii taʼee waggaa tokkoffaa isaatti guutummaa saba Yihudaa ilaalchisee dubbiin gara Ermiyaas dhufe isa kana.