Miikiyaas 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan raajota warra saba koo karaa irraa jalʼisan+Warra yeroo ilkaan isaaniitiin waa ciniinanitti,*+ ‘Nagaa dha!’ jedhanii labsan,+Nama afaan isaanii keessa homaa hin keenye irratti immoo waraana labsaniin* akkana jedha: Miikiyaas 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*
5 Yihowaan raajota warra saba koo karaa irraa jalʼisan+Warra yeroo ilkaan isaaniitiin waa ciniinanitti,*+ ‘Nagaa dha!’ jedhanii labsan,+Nama afaan isaanii keessa homaa hin keenye irratti immoo waraana labsaniin* akkana jedha:
11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*