Isaayyaas 65:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+ Sefaaniyaa 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+ Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa. Inni baayʼee sitti gammada.+ Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.* Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.
19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+
17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+ Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa. Inni baayʼee sitti gammada.+ Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.* Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.