Hisqiʼel 37:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 ‘Hafuura koo isin keessa nan kaaʼa; isinis deebitanii lubbuudhaan ni jiraattu;+ ani biyya keessan keessa isin nan qubachiisa; isinis ani Yihowaan kana akkan dubbadhee fi akkan raawwadhe dhugumaan ni hubattu’ jedha Yihowaan.”
14 ‘Hafuura koo isin keessa nan kaaʼa; isinis deebitanii lubbuudhaan ni jiraattu;+ ani biyya keessan keessa isin nan qubachiisa; isinis ani Yihowaan kana akkan dubbadhee fi akkan raawwadhe dhugumaan ni hubattu’ jedha Yihowaan.”