Isaayyaas 48:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati kana hundumaa dhageesseetta, argiteettas. Kana hin labsituu?+ Ani ammaa jalqabee wantoota haaraa,Iccitiiwwan dhoksaatti qabamanii fi ati hin beekne sitti nan beeksisa.+
6 Ati kana hundumaa dhageesseetta, argiteettas. Kana hin labsituu?+ Ani ammaa jalqabee wantoota haaraa,Iccitiiwwan dhoksaatti qabamanii fi ati hin beekne sitti nan beeksisa.+