-
Faarfannaa 104:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Inni addeessa kan tolche waqtiilee akka beeksistuufi;
Aduunis yoom akka lixxu akka gaariitti beekti.+
-
-
Ermiyaas 31:35, 36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Yihowaan inni
Guyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,
Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,
Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,
Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+
36 “‘Sanyiin Israaʼel yeroo hundumaatiif na duratti saba taʼuun isaa kan hafu,
Dambiiwwan kun yoo diigaman qofa dha’ jedha Yihowaan.”+
-