16 “‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, inni Baabilon ishii bakka mootichi inni mootii isa godhe sun keessa jiraatu keessatti ni duʼa; sababiin isaas, inni kakaa isaa tuffateera, kakuu isaas cabseera.+