LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis mooticha qabanii+ gara mootii Baabilon isa Riblaatti argamutti fidan; isa irrattis ni murteessan. 7 Isaanis ilmaan Zedeeqiyaa ijuma isaa duratti ni gorraʼan; achiis Nebukadnezaar ija Zedeeqiyaa ni jaamse; hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide.+

  • Ermiyaas 37:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo kanatti raayyaan waraanaa Faraʼoon Gibxii keessaa baʼee deemuu jalqabe;+ Kaladoonni Yerusaalemitti marsanii turanis waaʼee kanaa ni dhagaʼan. Kanaafuu, Yerusaalem irraa ni deebiʼan.+

  • Faaruu Ermiyaas 4:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Hafuurri funyaan keenyaa, inni Yihowaan dibe+

      Inni waaʼee isaa, “Nuti gaaddisa isaa jalatti saboota gidduu jiraanna” jenne sun boolla isaanii isa guddaa keessatti qabameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi