-
Ermiyaas 35:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kanaafuu nuti, haadhotiin manaa keenya, ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keenya matumaa daadhii wayinii akkamii iyyuu dhuguu irraa of qusachuudhaan, ajaja Yonaadaab inni ilma abbaa keenya Reekaab taʼe nu ajaje hundumaatiif ajajamuu keenya itti fufna.
-