2 Mootota 23:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yehoyaaqiim+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Zabiidaa yeroo taʼu, ishiin intala Pedaayaa isa nama biyya Rumaa taʼee turte. Ermiyaas 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yehoyaaqiim+ ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jechuunis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon mootii taʼee waggaa tokkoffaa isaatti guutummaa saba Yihudaa ilaalchisee dubbiin gara Ermiyaas dhufe isa kana.
36 Yehoyaaqiim+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Zabiidaa yeroo taʼu, ishiin intala Pedaayaa isa nama biyya Rumaa taʼee turte.
25 Yehoyaaqiim+ ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jechuunis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon mootii taʼee waggaa tokkoffaa isaatti guutummaa saba Yihudaa ilaalchisee dubbiin gara Ermiyaas dhufe isa kana.