-
Ermiyaas 7:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaa biraa dubbiin akkana jedhu gara Ermiyaas ni dhufe: 2 “Karra mana Yihowaa keessa dhaabbadhuutii ergaa kana achitti labsi: ‘Isin namoonni Yihudaa warri Yihowaadhaaf sagaduuf karrawwan kanatti seentan hundi dubbii Yihowaa dhagaʼaa.
-