2 Mootota 23:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yehoyaaqiim+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Zabiidaa yeroo taʼu, ishiin intala Pedaayaa isa nama biyya Rumaa taʼee turte.
36 Yehoyaaqiim+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Zabiidaa yeroo taʼu, ishiin intala Pedaayaa isa nama biyya Rumaa taʼee turte.