LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu Yoshaafaax, “Naannoo galaanichaatii,* jechuunis Edoom+ irraa, namoonni hedduun sitti dhufaa jiru; isaanis Hazaazoon Taamaar, jechuunis Een Gedii+ keessa jiru” jedhamee itti himame. 3 Yeroo kanatti Yoshaafaax ni sodaate; Yihowaa barbaaddachuufis ni murteesse.*+ Kanaafuu, inni guutummaa Yihudaatti sooma labse.

  • Asteer 4:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Asteer akkana jettee Mordekaayiif deebiste: 16 “Dhaqiitii Yihudoota Shushaan* keessatti argaman hundumaa walitti qabi; waaʼee kootiifis soomaa.+ Guyyaa sadiif+ halkanis taʼe guyyaa hin nyaatinaa, hin dhuginaas. Anis tajaajiltoota koo warra dubartii wajjin nan sooma. Seericha cabsees gara mootichaatti nan seena; yoon bades nan bada.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi