-
Ermiyaas 36:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Achiis gara mooticha isa mooraa keessatti argamuutti seenanii maraa kitaabaa sana kutaa Elishaamaa isa barreessaa taʼe sanaa keessa kaaʼan; wanta dhagaʼan hundumaas mootichatti himan.
-