2 Mootota 24:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yehoyaakiin+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 18 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Nehushtaa yeroo taʼu, ishiin intala Elnaataan isa nama Yerusaalem taʼee turte.
8 Yehoyaakiin+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 18 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Nehushtaa yeroo taʼu, ishiin intala Elnaataan isa nama Yerusaalem taʼee turte.