-
Ermiyaas 36:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Yehudiin tarree sadii yookiin afur erga dubbisee booda mootichi albee barreessaatiin maraa kitaabaa sana irraa kutee ibidda bobaʼaa jiru sana keessatti gata ture; innis guutummaan maraa kitaabaa sun ibiddaan bobaʼee hamma dhumutti akkana gochuu isaa itti fufe.
-