LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 20:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Paashuur Ermiyaas raajicha erga rukutee booda jirma isa Karra Biiniyaam Isa Olii biratti, mana Yihowaa keessatti argamu gidduu galchee isa hidhe.+

  • Ibroota 11:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.

  • Ibroota 11:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Eeyyee, warri kaan immoo itti qoosamuu fi garafamuudhaan, darbees funcaadhaan hidhamuu+ fi mana hidhaa galuudhaan+ qoramaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi