LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 26:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dubbii kana hundumaa utuma isin dhageessanii akkan dubbadhu kan isinitti na erge dhugumaan Yihowaa waan taʼeef, yoo na ajjeestan dhiiga qulqulluu dhangalaasuudhaan of irratti, magaalaa kana irrattii fi jiraattota ishii irratti yakka fiduu keessan akka taʼe dhugumaan beekaa.”

  • Ermiyaas 38:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ebeedmeleekis mana* mootichaa keessaa gad baʼee mootichaan akkana jedhe: 9 “Yaa gooftaa koo yaa mootii, namoonni kun Ermiyaas raajicha irratti jalʼina raawwataniiru! Boolla bishaanii keessa isa buusaniiru; magaalattii keessa daabboon hafe waan hin jirreef, inni achitti beelaan ni duʼa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi