Ermiyaas 37:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Zedeeqiyaan Mootichis Yehukaal+ ilma Shelemiyaa fi Sefaaniyaa+ ilma Maaʼaaseyaa isa luba taʼe sana, “Maaloo, gara Waaqa keenya Yihowaatti kadhannaa nuu dhiheessi” jedhanii akka itti himan gara Ermiyaas raajichaatti isaan erge.
3 Zedeeqiyaan Mootichis Yehukaal+ ilma Shelemiyaa fi Sefaaniyaa+ ilma Maaʼaaseyaa isa luba taʼe sana, “Maaloo, gara Waaqa keenya Yihowaatti kadhannaa nuu dhiheessi” jedhanii akka itti himan gara Ermiyaas raajichaatti isaan erge.