-
Ermiyaas 39:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Dhaqiitii Ebeedmeleek+ isa nama Itoophiyaa taʼe sanaan akkana jedhi: ‘Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, nagaadhaaf utuu hin taʼin badiisaaf magaalaa kana irratti dubbii koo nan raawwadha; atis guyyaa sanatti wanti kun yommuu raawwatamu ni argita.”’
-