-
Ermiyaas 37:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yommuu Karra Biiniyaam bira gaʼu garuu, Yiriyaan ilmi Shelemiyaa ilmi Hanaaniyaa inni itti gaafatamaa waardiyyootaa taʼe Ermiyaas raajicha qabee, “Nu gantee gara Kaladootaa deemaa jirta!” isaan jedhe.
-