16 Kunis kan taʼe, nama lafa irratti eebba argachuu barbaadu kam iyyuu
Waaqni dhugaa akka isa eebbisuuf,
Namni lafa irratti kakaa kakatu kam iyyuus,
Waaqa dhugaatiin akka kakatuufi.+
Sababiin isaas, dhiphinni duraanii ni irraanfatama;
Fuula koo duraas ni dhokata.+