2 Mootota 23:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Yehoʼahaaz+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 23 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal+ yeroo taʼu, ishiin intala Ermiyaas isa nama biyya Libnaa taʼe sanaa turte. 2 Mootota 23:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Faraʼoon Nekoonis+ inni Yerusaalem keessatti mootii akka hin taane gochuuf Riblaa+ ishii biyya Hamaat keessatti argamtutti isa hidhe; biyyattii irrattis adaba meetii taalaantii* 100 fi warqii taalaantii tokkoo ni mure.+
31 Yehoʼahaaz+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 23 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee jiʼa sadiif ni bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal+ yeroo taʼu, ishiin intala Ermiyaas isa nama biyya Libnaa taʼe sanaa turte.
33 Faraʼoon Nekoonis+ inni Yerusaalem keessatti mootii akka hin taane gochuuf Riblaa+ ishii biyya Hamaat keessatti argamtutti isa hidhe; biyyattii irrattis adaba meetii taalaantii* 100 fi warqii taalaantii tokkoo ni mure.+