-
2 Mootota 25:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Haa taʼu malee, ajajaan waardiyyootaa sun namoonni biyyattii baayʼee hiyyeeyyii taʼan tokko tokko maasii wayinii keessatti akka tajaajilanii fi hojii dirqamaa akka hojjetaniif achumatti isaan dhiise.+
-
-
Ermiyaas 52:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Haa taʼu malee, Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe namoonni biyyattii baayʼee hiyyeeyyiin taʼan tokko tokko maasii wayinii keessatti akka tajaajilanii fi hojii dirqamaa akka hojjetaniif achumatti isaan dhiise.+
-