LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 40:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis ajajaan waardiyyootaa sun Ermiyaasiin fuudhee akkana isaan jedhe: “Waaqni kee Yihowaan iddoo kana irratti badiisa kana akka fidu raajii dubbateera;

  • Ermiyaas 40:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kunoo, ani harʼa funcaa harkaa isa harka kee irra jiru si irraa nan hiika. Anaa wajjin gara Baabilon dhaquun gaarii fakkaatee yoo sitti mulʼate, kottu, anis kunuunsa siif nan godha. Anaa wajjin gara Baabilon dhaquu hin barbaaddu yoo taʼe garuu, hin dhufin. Kunoo, guutummaan biyyattii si dura jira. Bakka filatte dhaqi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi