-
Ermiyaas 50:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Warri isaan argatan hundi isaan ni nyaatan;+ diinonni isaaniis, ‘Isaan Yihowaa irratti, iddoo boqonnaa isa qajeelaa irrattii fi Yihowaa isa abdii abbootii isaanii taʼe irratti cubbuu waan hojjetaniif, nuti itti hin gaafatamnu’ jedhan.”
-