-
Ermiyaas 41:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ishmaaʼel ilmi Nataaniyaa fi namoonni kurnan isaa wajjin turan kaʼanii Gedaaliyaa ilma Ahiqaam ilma Shaafaan goraadeedhaan ni ajjeesan. Akka kanaan, inni nama mootiin Baabilon biyyattii irratti muude sana ni ajjeese.
-