-
1 Mootota 16:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 31ffaa isaatti, Omriin Israaʼel irratti mootii taʼe; inni waggaa 12f ni bulche. Tirzaa keessa taaʼees waggaa jaʼaaf ni bulche. 24 Inni gaara Samaariyaa meetii taalaantii* lamaan Sheemer irraa bitee, gaaricha irratti magaalaa ni ijaare. Magaalaa ijaare sanas maqaa Sheemer isa abbaa gaarichaa taʼe sanaan Samaariyaa*+ jedhee moggaase.
-