-
Ermiyaas 40:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Kanaafuu, Yihudoonni hundi iddoowwan itti bibittinnaaʼanii turan hundumaa irraa deebiʼuu jalqaban; gara biyya Yihudaa dhufaniis Gedaaliyaa isa Misphaatti argamu bira dhaqan. Firii wayinii fi firiiwwan bonaa baayʼee hedduu taʼes walitti ni qaban.
-