LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 44:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Akkuman Yerusaalemiin goraadeedhaan, beelaa fi golfaadhaan* adabe, warra biyya Gibxii keessa jiraatanis nan adaba.+

  • Hisqiʼel 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Si keessaa harka sadii keessaa harki tokko golfaadhaan* ni duʼu yookiin beelaan si gidduutti ni dhumu. Harka sadii keessaa harki tokko naannoo keetti goraadeedhaan ni kufu.+ Harka sadii keessaa harka tokko immoo kallattii hundumaatiin* nan bittinneessa; isaan ariʼuufis goraadee nan luqqiffadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi