Hisqiʼel 30:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yommuun achitti waanjoo Gibxii cabsutti Xaafnes keessatti guyyaan ni dukkanaaʼa.+ Aangoon ishii inni of tuulummaadhaan guutame ni bada;+ duumessoonni ishii ni haguugu; magaalonni ishiis boojuudhaan fudhatamu.+
18 Yommuun achitti waanjoo Gibxii cabsutti Xaafnes keessatti guyyaan ni dukkanaaʼa.+ Aangoon ishii inni of tuulummaadhaan guutame ni bada;+ duumessoonni ishii ni haguugu; magaalonni ishiis boojuudhaan fudhatamu.+