-
Ermiyaas 44:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Dubartoonnis itti dabaluudhaan akkana jedhan: “Yommuu Mootuu Samiitiif* aarsaawwan dhiheessaa fi aarsaawwan dhugaatii ishiidhaaf dhangalaasaa turretti, boca ishiitiin bixxillee aarsaa taʼu kan tolchinee fi aarsaawwan dhugaatii ishiidhaaf kan dhangalaasne heyyama abbootii manaa keenyaatiin alatti turee?”
-