-
Hisqiʼel 27:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Ati garuu yaa ilma namaa, Xiirosiif faaruu gaddaa faarfadhu;+
-
-
Hisqiʼel 27:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namoonni Faarsi, Luudii fi Puut+ loltoota kee taʼanii raayyaa waraanaa kee keessatti tajaajilu turan.
Isaan gaachanootaa fi baarmeexaa sibiilaa isaanii si irratti fannisaniiru, simboos siif argamsiisaniiru.
-