-
Hisqiʼel 30:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Yaa ilma namaa, ani irree Faraʼoon mootii Gibxii cabseera; inni akka fayyuuf huccuudhaan hin hidhamu yookiin goraadee kaasuu akka dandaʼutti akka jabaatuuf huccuudhaan hin maramu.”
-