1 Mootota 18:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Kanaafuu, Ahaab nyaachuu fi dhuguuf ol ni baʼe; yeroo kanatti Eeliyaas gara fiixee Qarmeelositti ol baʼee quphanee fuula isaa jilba isaa lamaan gidduu galchee ture.+
42 Kanaafuu, Ahaab nyaachuu fi dhuguuf ol ni baʼe; yeroo kanatti Eeliyaas gara fiixee Qarmeelositti ol baʼee quphanee fuula isaa jilba isaa lamaan gidduu galchee ture.+