Hisqiʼel 32:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 ‘Yommuun biyya Gibxii kan gogde, onaa fi biyya wanta ishii keessa guute hundumaa dhabde godhutti,+Yommuun namoota ishii keessa jiraatan hundumaa rukututti,Isaan ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.+
15 ‘Yommuun biyya Gibxii kan gogde, onaa fi biyya wanta ishii keessa guute hundumaa dhabde godhutti,+Yommuun namoota ishii keessa jiraatan hundumaa rukututti,Isaan ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.+