LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, halkan kana biyya Gibxii keessa nan darba; nama irraa jalqabee hamma horiitti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaas nan rukuta;+ waaqolii warra Gibxii hundumaa irrattis murtii nan dabarsa.+ Ani Yihowaa dha.

  • Isaayyaas 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+

      Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira.

      Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+

      Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa.

  • Ermiyaas 43:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ani manneen* waaqolii Gibxiitti ibidda nan gadhiisa;+ mootichis isaan ni guba; boojuudhaanis isaan ni fudhata. Akkuma tikseen tokko uffata isaa ofitti marutti, innis biyya Gibxii ofitti ni mara; nagaadhaanis* achii ni deema. 13 Biyya Gibxii keessatti siidaawwan Beet Sheemesh* ni caccabsa; manneen* waaqolii Gibxiis ibiddaan ni guba.”’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi