Uumama 19:36, 37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan. 37 Ishiin angafaa ilma ni deesse; maqaa isaas Moʼaab+ jettee moggaaste. Inni abbaa Moʼaabota yeroo ammaatti argamanii ti.+ Isaayyaas 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Murtii Moʼaab irratti dabarfame:+ Ishiin halkan tokkotti waan balleeffamteef,Aar+ ishiin Moʼaab cal jechisiifamteetti. Ishiin halkan tokkotti waan balleeffamteef,Qiir+ ishiin Moʼaab cal jechisiifamteetti.
36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan. 37 Ishiin angafaa ilma ni deesse; maqaa isaas Moʼaab+ jettee moggaaste. Inni abbaa Moʼaabota yeroo ammaatti argamanii ti.+
15 Murtii Moʼaab irratti dabarfame:+ Ishiin halkan tokkotti waan balleeffamteef,Aar+ ishiin Moʼaab cal jechisiifamteetti. Ishiin halkan tokkotti waan balleeffamteef,Qiir+ ishiin Moʼaab cal jechisiifamteetti.