-
Sefaaniyaa 2:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha,
Moʼaab akka Sodoom,+
Amoonis akka Gomoraa ni taʼu,+
Iddoo doobbiin itti biqiluu fi boolla soogiddaa ni taʼu, yeroo hundumaatiifis ona ni taʼu.+
Warri uummata koo keessaa hafan isaan ni saamu,
Warri saba koo keessaa hafan isaan ni dhaalu.
-