-
Lakkoofsa 21:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Sababiin isaas, Heshboon magaalaa Sihoon isa mootii Amoorotaa taʼe sanaa turte; inni mootii Moʼaabii wajjin wal lolee hamma Arnoonitti guutummaa biyya isaa isa irraa fudhatee ture.
-
-
Lakkoofsa 21:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Sababiin isaas, Heshboon keessaa ibiddi, magaalaa Sihoon keessaas laboobni baʼeera.
Innis Aar ishii Moʼaab, gooftolii iddoowwan ol kaʼoo Arnoonis nyaateera.
-