-
Isaayyaas 21:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Murtii dirree gammoojjii irratti dabarfame:
Isin daldaltoonni Deedaan,+
Bosona dirree gammoojjiitti argamu keessa ni bultu.
-
-
Ermiyaas 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+
-