Ermiyaas 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, inni akkuma duumessa bokkaa of keessatti qabateetti ni dhufa,Gaariiwwan fardaa isaas akkuma obomboleettii ti.+ Fardeen isaa risaa caalaa saffisa qabu.+ Waan mancaaneef, nuuf wayyoo!
13 Kunoo, inni akkuma duumessa bokkaa of keessatti qabateetti ni dhufa,Gaariiwwan fardaa isaas akkuma obomboleettii ti.+ Fardeen isaa risaa caalaa saffisa qabu.+ Waan mancaaneef, nuuf wayyoo!