LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 13:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ishii keessa matumaa namni hin jiraatu,

      Dhaloota hundumaa keessattis bakka namoonni keessa hin jiraanne ni taati.+

      Arabni dunkaana isaa achi hin dhaabu,

      Tiksitoonnis bushaayee isaanii achitti hin boqochiisan.

      21 Uumamawwan gammoojjii achi ni ciciisu;

      Manneen isaaniis hurunguudhaan ni guutamu.

      Guchiiwwan achi ni jiraatu,+

      Reʼoonni bosonaas* achitti ni burraaqu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi